(英語)
オロモ (pron. Oromo: Oromoo) は、エチオピアのオロミア地方とケニア北部の一部に自生するクシ族の民族グループで、オロモ語 (アファーン オロモまたはオロミファとも呼ばれます) を話します。アフロアジア語族。彼らはエチオピアで最大の民族グループの 1 つです。
オロモの人々は、伝統的にガダシステムを統治の主要な形態として使用していました。指導者はガダー制度によって選出され、その任期は 8 年間で、8 年の終わりに選挙が行われます。現代のオロモ人のほとんどはイスラム教徒とキリスト教徒ですが、約 3% がオロモ人の古代一神教であるワーケファンナを信仰しています。
(オロムー)
Oromoon uummata afaan hortee Kuush dubbatu kan Bahaa fi Kaaba-Baha Afrikaa keessatti argaman keessaa isa guddaadha. Odeeffannoon jiru akka ibsutti, ummanni Oromoo akka hawaasaatti Gaanfa Afrikaa keessa waggoota kuma baay'eedhaaf jiraachaa ture (Prouty et al., 1981)。ベイツ (1979) Oromoon sanyiii duriifi jalqabumaa kaasee naannoo kana jiraachaa tureedha, tarii uummattoonni naannoo Baha Afrikaa kaan baayyeen kan irratti waraabamani.
Akka seenaan ibsutti, ummanni Oromoo bulchiinsaaf Sirna Gadaa fayyadamaa ture. Oromoon mootummoota ofbulchan muraasas qaba, kanas ummata Sidaamaa wajjin qooddata. Kana keessaa mootummoota naannoo Gibee ta'an Geeraa、Gommaa、Garo、Gummaa、Jimmaa fi Limmuu-Inaariyaa、fi akkasumas mootummaa Jireeni.
Akka seenaan dubbatutti, walmorkiin karaa nagaa fi waraanaa ummata Oromoo fi sabootaa ollaa kan akka Amaaraa, Sidaamaa fi Sumaalee wajjin ture siyaasa hawaasa Oromoorratti dhiibbaa fide. Goddansi Oromoonni akka Yajuu gara kaabatti godhan, fi keessumattuu Oromoon Arsii gara lafa saba Sumaalee fi Sidaamaatti godhan baballiinsa Amaarri gara kibbaatti godhe wajjin wal fakkaata, fi siyaasa sanyii Itoophiyaa kan harraa kana boce. Akkasumas, baballinni guddaan Sumaalee lafa diriiraa Ogaadeniirraa gara dhihaatti gara laga Jubaatti godhame Oromoo wajjiniin walitti bu'iinsa fide. Iddoo tokko tokkotti, Oromoonii fi Sumaalen qabeenya uummamaa fi lafa gabbata irratti walitti bu'aa turan. Dabalataan、Oromoonni Bahaa、kan Islaamummaa fudhatanii turan、warra Sumaalee fi Affaar wajjin qaama Sulxaana Adaal kan Islaamaa hordofuu turan. Sulxaanni Adaal hooggana Imaam Ahimad Ibin Ibraahim Al-Gaazii jalatti Impaayera Abisiiniyaa kan Kiristaana ture qabachuuf duule ture.

表示